Oduu biyya keessaa Komishinichi boqonnaa marii Finfinneetti eegaluuf ta’uu ibse Tsehay Guluma May 27, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Magaalaa Finfinneetti Boqonnaan marii biyyaalessaa Caamsaa 21, 2016 irrra eegalee kan eegalu ta’uu…
Teeknooloojii Barattoonni Itiyoophiyaa dorgommii ICT Huwaawwee idil Addunyaa Chaayinaatti gaggeeffame Badhaasa… Tsehay Guluma May 27, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Barattoonni Itiyoophiyaa dorgommii xumuraa ICT Huwaawwee idil Addunyaa Chaayinaatti gaggeeffame Badhaasa 3ffaa injifataniiru. Barattoonni…
Oduu biyya keessaa Godinichatti miseensota shanee 40 ta’anirratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame Sifen Megersa May 27, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Godina Boorana Bahaatti ajajaa Cibiraa Soddom Booroo dabalatee miseensota garichaa 40 ta'an irratti tarkaanfiin fudhatamuu Raayyaan Ittisaa beeksiise.…
Biiznasii Naannichatti galiin Birriin biiliyoonni 8 ol walitti qabamuu ibsame Tsehay Guluma May 27, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) –Naannoo Sidaamaatti baatiiwwan kurnan darban galiin Birriin biiliyoonni 8 ol walitti qabamuu Abbaan Taayitaa Galiiwwaan naannicha beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Leenjiin dandeettii raawwachiisummaa qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota cimsuu… Tsehay Guluma May 27, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Leenjiin dandeettii raawwachiisummaa qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota cimsuu Godinalee garagaraatti kennamuu eegaleera.…
Biiznasii Fooramiin tumsa Diinagdee Itiyoo – Paakistaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Sifen Megersa May 27, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Fooramiin tumsa Diinagdee Itiyoo – Paakistaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa jalqaba Baatii Waxabajjii keessa Saatalaayitii Baasaasummaa dabalataa furgugsuuf… Sifen Megersa May 27, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa bara Faranjootaa 2024 jalqaba Baatii Waxabajjii keessa Saatalaayitii Baasaasummaa dabalataa furgugsuuf ta’uu beeksiifte. Caamsaa 27 –…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin damee Geejjibaa fi Loojistiksii sadarkaa biyyaalessaa Gaambeellaatti eegalame Sifen Megersa May 27, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Yaa’iin damee Geejjibaa fi Loojistiksii sadarkaa biyyaalessaa bara 2016 Gaambeellaa eegalameera. Yaa’iin damee Geejjibaa fi Loojistiksii sadarkaa…
Ispoortii Saawuuz hampitan tapha xumuraa daraan qaalii ta’e injifachuun gara Piriimeer Liigitti… Sifen Megersa May 27, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Saawuuz hampitan tapha xumuraa sadarkaa addunyaatti daraan qaalii ta'e injifachuun gara Piriimeer Liigitti deebi'eera. Tapha har'a kilaba 3ffaa gara…
Oduu biyya keessaa Mareen biyyaalessaa rakkoolee Itiyoophiyaa waaraan waan furuuf tumsuun barbaachisaadha- Sheek Hajjii… Sifen Megersa May 26, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Mareen biyyaalessaa rakkoolee Itiyoophiyaa waaraan waan furuuf tumsuun barbaachisaa ta'uu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…