Mootummaan naannichaa Humnoota Waloo fayyadamuu irratti imala milkaa’inaa irra jiraachuu argineerra…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Humnoota Waloo (Mana Murtii Aadaa, Buusaa Gonofaa, Tajaajila Lammummaafi Gaachana Sirnaa) fayyadamuu irratti imala milkaa’inaa…