Aadde Adaanech Abeebeen lammiilee kuma 255 oliif Maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiika Sababeeffachuun lammiilee galii gadi aanaa qaban kuma 255 oliif Maaddii qoodaniiru.…