Oomishaalee alaa galan kan biyya keessan bakka buusuun Sharafa Doolaara biiliyoona 3.1 baraaruun…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Oomishaalee alaa galan biyya keessatti oomishuun Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.1 baraaruun danda’amuu Ministeerri Indaastirii beeksiise.…