Oduu biyya keessaa Shaashamannee fi Cirootti sagantaan Afxaraa gaggeeffame Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Magaalaa Shaashamannee fi Cirootti sagantaan Afxaraa gaggeeffameera. Magaalaa Cirootti Sagantaan Afxaraa daandiirraa hordoftoota amantaalee…
Ispoortii Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaarraa sadarkaa 2ffaan xumurte Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan fiigicha Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa har'a Sarbiyaa Beelgireeditti gaggeeffame sadarkaa 2ffaan xumurteert. Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Kaafamtoota misooma Koliidariif bakka bu’iinsi iddoo fi Beenyaa gahaan qophaa’uu ibsame Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Kaafamtoota misooma Koliidariif bakka bu'iinsii iddoo fi Beenyaa gahaan qophaa'uu bulchiinsi magaalichaa himeera. Misooma…
Ispoortii Fiigicha Walmakaa meetira kuma 8 Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 2ffaa ba’uun meedaaliyaa… Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa fiigicha Walmakaa meetira kuma 8 Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 2ffaa ba'uun meedaaliyaa Meetii sadaffaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 340 taasise Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaatti naannawaa Gammoojjii jijjiirama qabeenya qilleensaan miidhaman deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsa Doolaara…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti waggoota 13 darbe Birrii biiliyoona 6 fi miiliyoona 700 ol ijaarsa Hidha… Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti waggoota 13 darbe Birrii biiliyoona 6 fi miliyoona 700 ol ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaaf oolchuu Biiroon…
Ispoortii Fiigicha Qaxxaamura biyyaa Addunyaa 45faan Atileetoonni meedaaliyaa Warqee, Meetii fi Nahasii… Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa fiigicha Qaxxaamura biyyaa Addunyaa 45faa meetira kuma 6n dubartoota gidduutti Sarbiyaa magaalaa Beelgireeditti gaggeeffameen…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 310 olitti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 310 olitti tilmaamamu to’atamuu Koomishiniin Gumrukaa beeksise. Bitootessa 13-19,2016tti hordoffii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godina Lixa Oomoo daawwatan Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Lixa Oomoo daawwataniiru. Godina miidhagina uumaamaan guutamee fi qabeenya uumaaman badhaadhe…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalaa Cirootti harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Cirootti Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun harka qalleeyyii 400 oliif deeggarsi akaakuu garaagaraa taasiifameera. Waldaaleen…