Ispoortii Itiyoophiyaa 2 – 1 Leesseettoo Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Taphni michoommaa har'a Itiyoophiyaa fi Leesseettoo gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera. Tapha deebii har'a sa'aatii 9:00…
Fayyaa Dhibee ofirraa ittisuun osoo danda’amu dagannaan lubbuu namaa baasaa jiru TB Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Dhibee ofirraa ittisuun osoo danda’amu dagannaan miidhaa hamaaf nama saaxilu TB. Guyyaan TB addunyaa har’a kabajameera. Guyyaan kunis 'Eeyyee TB…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota bu’uuraalee misoomaa qulqullina qabu ijaaran keessaa tokko ta’uu ibsame Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa jahaa bu’uuraalee misoomaa qulqullina qabu ijaaran keessaa tokko ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsaa…
Oduu biyya keessaa Tattaaffiin dandeettii dubartoota cimsuu eegalame cimee itti fufu qaba jedhame Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Tattaaffiin dandeettii hoggansaa fi murtoo kennuu dubartoota cimsuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Injifannoo aarsaan argame ittichuuf Nageenya waaressuun murteessaadha – Obbo Awwaluu Abdii Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Injifannoo aarsaan argame ittichuuf Nageenya waaressuun murteessaa ta'uu Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni daawwannaa naannoleetti taasiisaa turaniif duub deebii kennan Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Gareen Deeggarsaa fi Hordoffii Mootummaa Federaalaa daawwannaa guyyoota kurnan darbaniif naannoleetti gaggeessaa ture xumureera. Gareen Naannoo…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa fi fayyadamummaa lammiilee rakkoo guddina sammuu qabanii mirkaneessuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Guyyaan Guddina sammuu Idil Addunyaa Addabaabayii michummaatti mata duree 'Bitootessa Diibooraa waliin' jedhuun kabajameera. Qaamni hundi waan…
Oduu biyya keessaa Waggoota 2 fi walakkaa darban keessa gama misoomaan jijjiiramni guddaan galmaa’eera- Kantiibaa… Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa waggoota 2 fi walakkaa darban keessa qindoomina miseensotaafi hoggansaan bu'aalee misooma olaanaa galmeessuu Kantiibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Finfinnee fakkeenya Badhaadhinaa Itiyoophiyaa fi Afrikaa taasiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira… Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Finfinnee magaala fakkeenya Badhaadhinaa Itiyoophiyaa fi Afrikaa taate taasiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Konfireensiin Miseensota Paartii Badhaadhinaa eegalame Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Konfireensiin Miseensota Paartii Badhaadhinaa mata duree ' Guddina Itiyoophiyaaf jecha gochaan' jedhuun gaggeeffamuu eegaleera.…