Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni sanadoota sobaa qopheessaa turan to’ataman Sifen Megersa Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) - Shakkamtoonni mana jireenyaa keessatti sanadoota sobaa qopheessaa turan 4 to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise. Shakkamtoonni kunneen…
Fayyaa Naannoo Tigraayitti Piroojektiin fooyyessa sirna nyaataa ifoome Sifen Megersa Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) - Naannoo Tigraayitti Piroojektiin sirna nyaata hawaasaa fooyyessu ifoomeera. Piroojektichi bakka hoggantoonni olaanoon bulchiinsa yeroo naannoo…
Oduu biyya keessaa Kantibaawwan magaaloota garaagaraarraa walitti babba’an hojiilee misoomaa Magaalaa Finfinnee… Sifen Megersa Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) - Kantibaawwan magaaloota Itiyoophiyaa garaagaraarraa walitti babba'an hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwataniiru. Piroojektoota fayyadummaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan sona Itiyoophiyaa turistootatti beeksisuu Waashingitanitti gaggeeffame Debela Tadesse Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC)- Sagantaan sona seenaa, aadaa fi qabeenya uumamaa Itiyoophiyaan qabdu tuuristoota Ameerikaatti beeksisuu Waashingitan DC’tti gaggeeffameera. Kaayyoon…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni yakka cimaan himataman 3 mana amala sirreessaa turanii dhimma isaanii akka hordofan… Sifen Megersa Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Hojjettoonni duraanii Waajjira Lafaa Kutaa Magaalaa Lammii kuraa 3 yakka malaammaltummaa cimaan himataman mana amala sirreessaa galanii dhimma isaanii…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan 7’n darban talaallii beeyladota gabaa alaaf dhiyaatanirraa galiin Doolaara kuma 665… Debela Tadesse Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 7’n darban talaalliiwwan beeyladotaa gabaa biyyoota Afrikaa garaagaraaf dhiyaatanirraa galiin Doolaara kuma 665 argamuu Inistiitiyuutiin…
Oduu biyya keessaa Qormaanni keessa dabarre adeemsaafi gocha keenya gara fuula duraa qajeelchuu qaba – Obbo Araggaa… Sifen Megersa Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Qormaanni keessa dabarre adeemsaafi gocha keenya gara fuula duraa qajeelchuu qaba jedhan Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbaddaan.…
Idil Addunyaa Sababa jijjiirama qabeenya qilleensaan Awurooppaatti balaa cimaan muudachuu danda’a jedhame Sifen Megersa Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Takkaanfiin madaallawwaa ta’e saffisaan yoo hin fudhatamne sababa jijjiirama qabeenya qilleensaan Awurooppaatti balaa cimaan muudachuu akka danda’u…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaa Amanteen Daayrektara olaanaa Baankii Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Daayrektara olaanaa Baankii Addunyaa Dooktar Filooriibarti Nigaaruukoo waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Warshaa Simmintoo Lamii Naashinaal Daawwatan Debela Tadesse Mar 11, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC)- Ministira Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Warshaa Simmintoo Lamii Naashinaala daawwatan. Daawwanicharratti Obbo Tamasgeen Xurunaa dabalatee…