Kaabineen Bulchiinsa Magaala Finfinnee Dambiiwwan sadiirratti mari’achuun raggaasise
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 3ffaa bara hojii 9ffaa gaggeesseen dambiiwwan sadiirratti mari’achuun raggaasiseera.…