Ispoortii Liivarpuul 1 – 1 Maanchiisteer Siitii Sifen Megersa Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni hawwiin eegamaa ture qixaan xumurame. Taphoota Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 28ffaa galgala kana…
Oduu biyya keessaa Soomni Ramadanaa Boru eegala Sifen Megersa Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Addeessi har'a mul'achuu hordofee Soomni Ramadaanaa waggaa 1445ffaan boru kan eegalu ta'uu ibsame. Soomni Ramadaanaa waggaa 1445ffaan boruu Bitootessa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalaa Jimmaatti sooma guddicha ayyaana Faasikaa fi Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun… Sifen Megersa Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Jimmaatti guyyaa seensa sooma guddicha Ayyaana Faasikaa fi Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi garaagaraa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hojii Diijitaalaayizeeshinii fi Riifoormii bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojjetame… Sifen Megersa Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojii Diijitaalaayizeeshinii fi Riifoormii bulchiinsa lafaa ammayyeessuu fi Haqa qabeessa…
Ispoortii Pirimeer liigii Ingilaandiin galgala kana falmiin Liivarpuuliif Maanchistar Siitii ni eegama Sifen Megersa Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Taphoota Pirimeer liigii Ingilaandiin torbee 28ffaan galgala kana falmiin Liivarpuuliif Maanchistar Siitii ni eegama. Piriimeer liigii Ingilaandiin…
Ispoortii Itiyoophiyaan Taphoota guutuu Afrikaa 15ffaa qopheessuuf fedhii qabaachuu beeksiiste Sifen Megersa Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) -Itiyoophiyaan Taphoota guutuu Afrikaa 15ffaa bara 2031 qopheessuuf fedhii qabaachuu beeksiiste. Ijipti taphoota guutuu Afrikaa 14ffaa bara 2027…
Oduu biyya keessaa Hojiin bu’aa qabeessi Itiyoophiyaan damee Geejjiba Qilleensaan agarsiifte caalmaatti cimee… Sifen Megersa Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Hojiin bu'aa qabeessi Itiyoophiyaan damee Geejjiba Qilleensaan agarsiifte caalmaatti cimee kan itti fufu ta'uu ibsameera. Damee Geejjiba Qilleensaan…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Kiristiyaanaa Baatiiwwan Soomaa keessa lammiilee rakkatan yaadachuu qabu – Abunee… Sifen Megersa Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Hawaasni Kiristiyaanaa Baatiiwwan Soomaa keessa lammiilee rakkatan yaadachuu fi gargaaruu akka qaban Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa…
Oduu biyya keessaa Xiyyeeffannaa invastimantii hortiikaalchariif kennamerraan akaakuuwwan oomishaalee Qonnaa Daldala… Debela Tadesse Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC)- Mootummaan damee invastimantii hortiikaalchariif xiyyeeffannaa olaanaa kenneen akaakuuwwan oomishaalee qonnaa daldala alaaf dhiyaatanii dabalaa dhufuu…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Bulchiinsa Magaala Finfinnee Dambiiwwan sadiirratti mari’achuun raggaasise Debela Tadesse Mar 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 3ffaa bara hojii 9ffaa gaggeesseen dambiiwwan sadiirratti mari’achuun raggaasiseera.…