Ambaasaaddar Burtukaan gita isaanii Baahireen waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Jilli Ministir Deettaa Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon duurfamu ministir deettaa Dhimma Alaa Baahireen Dooktar Sheehaa Raanaa Biint…