Oduu biyya keessaa Caffeen muudama garaagaraa raggaasise Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 6ffaa Waggaa 3ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa guyyaa lammaffaasaa har’a taa’een, hooggantoota Manneen Hojii Caffeetti…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Giddugala Dagaagina Ogummaa fi Haaromsa dubartootaa xumuramaa jira-Aadde Adaanech Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)-Ijaarsi Giddugalaa Dagaagina Ogummaa fi Haaromsa dubartoota baatiiwwan kudhan dura eegalame xumurama jiraachuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Caffeen Wixinee labsii Dhaabbilee hawaasa Siivilii Naannoo Oromiyaa bahe raggaase Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 6ffaa Waggaa 3ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa guyyaa lammaffaasaa har’as ta’uu itti fufeera. Caffeen…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii dureewwaniin milkaa’inoonni hedduun galmaa’uu ibsame Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Yaa'ii dureewwanii Gamtaa Afrikaa 37ffaan milkaa'inoonni hedduun galmaa'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Yaa'icha ilaalchisee ibsa…
Oduu biyya keessaa Dhimma waloo gabbifachaa waan addaan nu fageessurraa of eeguun barbaachisaadha – Pir.… Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Jiruufi jireenya ummata fooyyessuuf ummanni naannoo Oromiyaa dhimmoota murteessoo ta’anirratti kutannoo qaban akka cimsan Pireezidaantiin Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Nageenya waaraa fiduufi sirna itti wareegamne ceesisuudhaaf hunduu hojii nageenyaa tumsuu qaba… Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastara Bulchiinsa,Nageenyaafi Haqaa naannoo Oromiyaa Komishinar Kaffaaloo Tafarraan dhimma…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Taanzaaniyaa fi kan Riippaablika Diimookiraatwaa Koongoo waliin… Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suuluuhii fi kan Riippaablika Diimookiraatwaa Koongoo Filiiksii…
Oduu biyya keessaa Dhimmi waliin gahiinsa Fayyaa Afrikaanotaa Xiyyeeffannoo barbaada – Komishinii To’annoo… Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Dhimmi waliin gahiinsa Fayyaa Afrikaanotaa Xiyyeeffannoo kan barbaadu ta'uu Komishiniin To'annoo fi Ittisa Dhibee Afrikaa beeksise. Hojiin Ittisa…
Oduu biyya keessaa Dubartoota barsiisuun mirga isaanii kabachiisuun bilisummaan akka jiraatan qooda olaanaa qaba… Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Yaa'iin Waliigalaa Dhaabbilee misoomaa Giiftiiwwan duree biyyoota Afrikaa 28ffaa gaggeeffamaa jira. Yaa'ichi 'ishee barsiisaatii Afrikaa jijjiiraa'…
Fayyaa Oomishaalee Talaallii % 60 Afrikaa keessatti oomishuuf karoorfamuu ibsame Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Bara Faranjootaa 2040 Oomishaalee Talaallii % 60 Afrikaa keessatti oomishuuf Karoorfamuu Komishiniin To'annoo fi Ittisa Dhibee Afrikaa beeksise.…