Ispoortii Aston Viilaafi Niwukaasil Yuunaayitid qixa bahan Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi sagantaa torbee jalqabaan Aston Viilaafi Niwukaasil Yuunaayitid goolii malee qixa bahan. Astoon Viilaan sa’aatii 8:30…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Yuukreen Doonaald Tiraamp waliin Waayit Haawusitti yeroo lammataaf wal arguufi Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zeleniiskiin Pireezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp waliin Waayit Haawusitti yeroo lammataaf wal arguuf jedhu.…
Ispoortii Tapha Piriimar Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni shan ni taphatamu Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi Sagantaa torbee jalqabaan guyyaa har’a taphoonni shan ni taphatamu. Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi sagantaa torbee…
Teeknooloojii Magaalichatti konkolaattonni tajaajila geejjiba uummataa kennan gara sirna kaffaltii diijitaalaatti… Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Magaalaa Finfinneetti konkolaattonni tajaajila geejjiba uummataa kennan gara sirna kaffaltii diijitaalaatti galuufi jedhe Biiroon Geejjibaa magaalichaa.…
Oduu biyya keessaa Taphni Goobee fi Shinooyyeen akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta’uu qaba- Abbootii Gadaa Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Taphni Goobee fi Shinooyyee akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta'uu qaba jedhan Abbootiin Gadaafi Haadholiin Siinqee. Abbootiin Gadaa fi Haadhooliin…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha- Dooktar Abiy Ahimd Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha jedhan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimd ergaa miidiyaa…
Fayyaa Tatamsa’ina dhibee Busaa ittisuuf saaphanni siree miiliyoonni 13 ni raabsama- Ministeera… Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Ministeerri Fayyaa bara kana tatamsa'ina dhibee Busaa ittisuuf saaphanni Siree miiliyoonni 13 ni raabsama jedhe. Ministeerichatti Hojii Raawwachiistuun…
Oduu biyya keessaa Inisheetiivii Misooma Ruuzii Oromiyaa…. Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 .Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa, inisheetivoota galmoota qonnaa ariitiin akka milkeessan bocee hojiirra oolchaa jiruun, hunda caalaa omisha guddisuurratti bu'a…
Ispoortii Kaalverti Liwiin Liidsi Yunaayitiditti makame Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017(FMC) - Liidsi Yuunaayitid Doomniik Kaalverti Liwiiniin mallatteessise ifoomseera. Taphataan sarara fuula duraa, lammiin Ingiliz umrii waggaa 28, waliigalteen…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalaa Finfinnee Murtoowwan dabarse Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idiilee 1ffaa waggaa 5ffaa gaggeeseera. Guyyaa har’aa ajandaalee garaagaraa 4 dhiyaatanirratti…