Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Ortodoksi biraatti kabajama jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC) -Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Ortodoksi biraatti Sirna hoo'aan kabajama jira.
Ayyaannichi Finfinnee dabalatee magaalota guguddoo naannoolee…