MM Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos (Ayyaana Qillee) sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.…