Walitti dhufeenya qaamolee Mootummaa sadeeniin sirna waloo ijaarra-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Walitti dhufeenyaa fi ida’ama hojii qaamoleen mootummaa sadeen taasisaniin sirna waloo cehuumsa naannoofi biyya keenyaa dhugoomsu ijaarra jedhan Afyaa’iin…