Oduu biyya keessaa Lammiileen 78 Beeruutirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Beeruutitti deeggarsa Wajjira Qonsilaa Jeneraalaa Itiyoophiyaan gara biyyaatti akka deebi’aniif haala mijateen lammiileen 78 gara biyyaatti deebi’uun…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwataniiru. Giddu gala Geejjibaa Ammayyaa, Bakka…
Biiznasii Baankichi maamiltoota CBE Nuur waliin mari’ate Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Baankiin Daldala Itiyoophiyaa maamiltoota CBE Nuur waliin mari'ateera. Baankichi mata duree 'Abdii ifaa, boqonnaa bu'aa qabeessa' jedhuun kabaja CBE…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti Warshaan baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegale Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti Warshaan EZM jedhamu baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegaluu Korporeeshiniin Misooma Indaastirii…
Ispoortii Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta’uun filataman Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Pireezidaantii Buunyaa Itiyoophiyaa, Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta'uun filatamaniiru. Yaa'iin waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Chaayinaa fi Itiyoophiyaa gidduu jiru caalmaatti cimsuuf ni hojjetama – Obbo Aganyahu… Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Hariiroo Chaayinaa fi Itiyoophiyaa gidduu jiru caalmaatti cimsuuf kan hojjetamu ta'uu Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaaggar…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti Piroojektoonni fayyadamummaa ummataa mirkaneessan ijaaramaa jiru jedhame Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Fi.nfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Naannoo Somaaleetti Piroojektoonni fayyadamummaa ummataa qabatamaan mirkaneessan ijaaramaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii naannichaa beeksise. Jilli…
Oduu biyya keessaa Kurmaana 1ffaa darbe keessa Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaaf Birriin miiliyoonni 383 ol walitti… Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Fi.nfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Kurmaana 1ffaa darbe keessa Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaaf Birriin miiliyoonni 383 ol walitti qabamuu Waajjirri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessiin mana jireenyaa Mootummaa qofaan kan deebi’u osoo hin taane seektara dhuunfaa… Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Fi.nfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Fedhiin dhiyeessii mana jireenyaa Mootummaa qofaan kan deebi'u osoo hin taane seektara dhuunfaa waliin qindoominaan hojjachuufi jajjabeessuu gaafata…
Oduu biyya keessaa Guyyoota shanan itti aanaan Godinaalee Oromiyaa garaagaraarraatti roobni salphaa hanga cimaa… Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Fi.nfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Guyyoota shanan itti aanaan Godinaalee Oromiyaa garaagaraarraatti roobni salphaa hanga cimaa ta'e kan jiraatu ta'uu hordofee sassaabbii oomishaaf…