Oduu biyya keessaa Sirni araaraa Horroo Guduruutti gaggeeffame Debela Tadesse Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC)- Nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf kan kaayyeeffate Sirni Araaraa Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti gaggeeffamuu Raayyaan Ittisa Biyyaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Kuweet hariiroo Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuun kan itti fuftu ta’uu ibsite Debela Tadesse Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC)- Kuweet hariiroo gamlamee fi damee hedduu Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite. Ambaasaaddar Sa’iid Mahaammad xalayaa muudamaa…
Ispoortii Federeeshinichi tapha kaleessa Itiyoophiyaan Seeraaliyoon waliin taphatterratti komii dhiyeesse Sifen Megersa Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha kaleessa Itiyoophiyaan Seeraaliyoon waliin taphatterratti FIFA’f komii dhiyeesseera. Haala qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan Hariiroo Ityoophiya waliin qabdu caalmaatti cimsuuf fedhii qabaachuu ibsite Sifen Megersa Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Raashiyaan hariiroo gamlamee fi hunda galeessa Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsitee itti fufuuf fedhii qabaachuu ibsiteerti. Ministir Deetaan…
Ispoortii Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa galchii bal’aan injifate Sifen Megersa Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ramaddii B har’a Magaalaa Hawaasaatti taphatameen Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa Galchii 4-0n injifateera. Kilabni…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Muktaar Kantibaa Magaalaa Baafiloo waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dooktar Ambaasaaddar Muktaar Kadir Kantibaa Magaalaa Baafiloo Piriinsas Faakuu fi hoggantoota biro waliin…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni karaa seeraan alaa beenyaa qabiyyee lafaa Birrii miiliyoona 65 ol fudhatan hidhaa… Sifen Megersa Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni karaa seeraan alaa beenyaa qabiyyee lafaa Birrii miiliyoona 65 ol fudhatan hidhaa cimaa waggaa 19 – 12 adabaman.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi nageenyaa hammataa fi fedhii hawaasaa giddugaleessa taasiisuu qaba – Pireezidaanti… Sifen Megersa Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Ijaarsi nageenyaa hammataa fi fedhii hawaasaa giddugaleessa taasiisuu qaba jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Pireezidaanti Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa faayidaa waloo fi walitti hidhamiinsa naannawaa bu’uura kan… Sifen Megersa Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa faayidaa waloo fi walitti hidhamiinsa naannawaa bu’uura kan taasiise ta’uu hubatamuu akka qabu Ministeerri Dhimma Alaa…
Idil Addunyaa Ameerikaa fi Chaayinaan hariiroo waraanaa itti fufsiisuuf walii galan Sifen Megersa Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Ameerikaa fi Chaayinaan hariiroo waraanaa itti fufsiisuuf walii galuu dhaga’ameera. Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan, Pireezidaantii Chaayinaa…