Oduu biyya keessaa Sirni Badhaasa dubartoota Afrikaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Sirni Badhaasa dubartoota Afrikaa 2023 magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Dubartoota bara kana raawwii gaarii galmeessanii fi naannoo…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach harka qalleeyyiic150 fi kaafamtoota misoomaa 50f manneen waliin jireenyaa dabarsan Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen manneen waliin jireenyaa guyyoota 90 keessatti sagantaa misooma namarratti xiyyeeffateen…
Oduu biyya keessaa Bitooteessi 24 Siidaa Bilisummaafi Walqixxummaati! – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Bitooteessi 24 Siidaa Bilisummaafi Walqixxummaa ta’uu Bulchiinsi Magaalaa Shaggar beeksiise. Magaalaa Shaggaritti kabajni guyyaa seenaa qabeessa…
Oduu biyya keessaa Maatiin nu uume,barsiisaan garuu lubbuu nutti hore – Dooktar Tolaa Barisoo Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Guyyaan barsiisotaa sadarkaa Oromiyaatti kabajamaa jira. Maatiin eeyyama waaqayyoon nu uumanis barsiisonni garuu akka waa kalaqnu,waa beeknee biyya…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan 3 dhufanitti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 7 ol gara biyyaa ni gala- Ministeera Qonnaa Ayana Dheressa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015(FBC)- Baatiiwwan 3 dhufanitti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 7fi kumni 700 gara biyyaa kan galu ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksise. Bara oomishaa 2015/16’f…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Maastar Kaard Sagantaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 630 ol raggaasise Ayana Dheressa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015(FBC)- Faawundeeshiniin Maastar Kaard Marsaa 2ffaa Sagantaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 630 ol raggaasisuu Ministeerri Hojiifi Ogummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Koollejjii Leenjii Poolii Teeknikaa Atleet Qananniisaa Baqqalee… Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Koollejjii Leenjii Poolii Teeknikaa Atleet Qananniisaa Baqqalee…
Ispoortii Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har'a tapha Maanchiisteer Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamuun eegalama. Piriimayeer…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan hawaasa Dippiloomaasii teessoo isaanii Finfinnee taasisan waliin sagantaa Afxiraa… Sifen Megersa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin hawaasaa Dippiloomaasii fi dhaabbilee idil addunyaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Hojiin deeggarsa walitti qabuu hidhichaa haala kalaqaan deeggarameen cimuu qaba – Obbo… Sifen Megersa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) –Fedhii hawaasni Hidha Haaromsaa tumsuuf qabu akkaataa madaaluun hojiin deeggarsa walitti qabuu hidhichaa haala kalaqaan deeggarameen cimuu akka qabu…