Ispoortii Kootdiivaar yeroo 3ffaaf Waancaa Afrikaa injifatte Debela Tadesse Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa har'a gaggeeffameen Kootdiivaar galchii 2 fi 1'n Naayijeeriyaa injifatteetti. Kootdivaar kanaan dura bara Faranjootaa…
Oduu biyya keessaa Adwaan Injifannoo addunyaa walga’eedha-Pir. Saahilawarqi Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Adwaan biyyaa fi Ardiirra darbee injfannoo addunyaa walga’eedha jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen ibsan. Sirna eebbaa Yaadannoo…
Oduu biyya keessaa Adwaa gatii dhabsiisuun lafee fi dhiiga abbootii gatii dhabsiisudha-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Yaadannoo Injifannoo Adwaa gatii dhabsiisuun dhiigaa fi lafee abbootii gatii dhabsiisuu akka ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Yaadannoon Adwaa hanqinaa fi dogoggora seena kan guutuu fi qajeelchudha-Aadde Adaanech Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Yaadannoon injifannoo Adwaa hanqinaa fi dogoggora seenaa kan guutuu fi qajeelchu, cabiinsa kan wal’aanuudhas jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sanyii Avokaadoo ‘Haas’ jedhamu bal’inaan misoomsuuf hojjatamaa jira-BQO Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti barana sanyii Avokaadoo ‘Haas’ jedhamu bal’inaan misoomsuuf hojjatamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Gola Yaadannoo Injifannoo Adwaa Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Pirojektiin Yaadannoo Injifannoo Adwaa Finfinnee Birbirsa Goorootti (Piyaassaa) lafa hektaara 5 irratti kan ijaarame yoo ta’u, lafaa gaditti darbiiwwan…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa eebbisan Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- MInistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii Yaadannoo Injifannoo Adwaa Finfinneetti ijaarame eebbisaniiru. Sirna eebbichaarratti…
Oduu biyya keessaa Adwaan injifannoo keenya; hambaa keenyas-TKM Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Adwaan injifannoo fi hambaa keenya jechuun Tajaajilli Kominikeeshnii Mootummaa ibse. Tajaajilichi ibsaa baaseen, Itiyoophiyaan biyyoota sirna…
Ispoortii Taphni Waancaa Afrikaa har’a xumurama Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Taphni Waancaa Afrikaa 34ffaan Kootdiivaaritti gaggeeffamaa ture har'a ni goolabama. Sagantichaan taphni Naayijeeriyaa fi Kootdiivaar gidduutti…
Oduu biyya keessaa Uummata Injifannoo Aarsaa Qaaliin argate tikfatuufi kan Isa hafe Mootummaa Waliin Qindoomee… Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Uummata Injifannoo Aarsaa Qaaliin argate tikfatuufi kan Isa hafe Mootummaa Waliin Qindoomee Milkeeffatu Qabaachuun Carroomuu ta'uu Biiroon…