Oduu biyya keessaa Baankiin Sidaamaa hojii eegale Debela Tadesse Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon Waldaa Aksiiyoona Baankii Sidaamaa hojii eegalchisaniiru. Sirnicharratti Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Carraaqqii barbaachisaadhaan yoo deeggarame malee nagaan waaraan bu’uu hindanda’u – MM… Sifen Megersa Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Carraaqqii barbaachisaadhaan yoo deeggarame malee nagaan waaraan bu'uu hindanda'u jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Godina Geedi’ootti sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalchiisan Sifen Megersa Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon sagantaa Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaa Godina Geedi’ootti…
Oduu biyya keessaa Sagantaan beekkamtii fi badhaasaa tajaajila tola ooltummaa biyyaalessa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa dargaggoota tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaa kennaa turaniif sagantaa beekkamtii fi badhaasaa kennuu Magaalaa Adaamaatti…
Idil Addunyaa Isiraa’eel Westi Baankii Magaalaa Jeniin haleelte Sifen Megersa Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Isiraa’eel Buufata Baqattootaa Filisxeem Westi Baankii Magaalaa Jeniinitti argamu humna qilleensaan haleeluu beeksiifte. Biyyattiin magaalaa Jeniin…
Biiznasii Koorporeeshinichi Dhaabbata Oomisha Meeshaalee Qonnaa Chaayinaa waliin waliigaltee daldalaa… Debela Tadesse Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Ityoophiyaa Dhaabbata Oomisha Meeshalee Qonnaa Chaayinaa Zuumlaayin jedhamu waliin waliigaltee daldalaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroo dippiloomasii Jibuutii fi Ityoophiyaa cimsuuf Sagantaan Ashaaraa Magariisaa gaggeeffame Debela Tadesse Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Qaama sagantaa hariiroo dipplomaasii Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuu kan ta'e Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Dirree Dhawaatti gaggeefameera.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa kennamuu eegale Sifen Megersa Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaatni naannoo Kutaa 8ffaa bara 2015 laatamuu eegaleera. Qormaatni Kutaa 8ffaa guutuu Oromiyaatti kennama jiru karaa nagaafi…
Oduu biyya keessaa Naannolee garaagaraatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennmuu eegale Debela Tadesse Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 8ffaa naannolee garaagaraatti har’aa kennamuu eegaleera. Haaluma kanaan Naannoo Beenishaangul Gumuzitti kennamuu kan…
Ispoortii Dorgommii Daayimandi Liigii Istookoolmitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan Debela Tadesse Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Siwiidiin Istookolmitti dorgommii Daayimandi Liigii 2023 marsaa 7ffaa gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa fageenyaa garaagaraan injifataniiru.…