Idil Addunyaa Jeneraal Alburhaan marii nageenyaaf qophii ta’uu ibsan Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Duraa Taa’aan Mana Maree Ce’umsaa Birmaddummaa Sudan Jeneraal Abdulfettaa Alburhaan Ajaja humna Adda Sudaan Mahammad Hamdaan Dagaaloo waliin marii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti pirojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti pirojektoonni misoomaa garaagaraa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan eebbifamaniiru. Pirojektoonni eebbifaman kunneen…
Oduu biyya keessaa Gamtaan hojjechuuf murteessinaan humna kuufamaa biyyaalessaa fayyadamuuf carraalee hedduu… Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Gamtaan hojjechuuf yoo murteessine humna kuufamaa biyyaalessaa keenya fayyadamuuf gama hedduun carraalee bal’aa qabna jechuun Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa “Yaahoodee”n argisiistuu qaroomina aadaa fi seenaati-Obbo Qajeelaa Mardaasaa Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- “Yaahoodeen” argisiituu qaroominaa aadaa fi seenaa duraanii hawaasa Haadiyyaati jechuun Ministirri Ministeeraa Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan…
Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaromsaa gam sadee marsaa 3ffaan eegale Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Mariin dambiiwwanii fi dureewwanii gamsadee guutiinsaa fi gadi lakkisa bishaan Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 3ffaan har’a Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Jijjiirraan Baraa Saba Kambaataa “Maasaalaan” kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Jijjiirraan baraa Saba Kambaataa “Maasaalaa” Godina Kaambaataa Magaalaa Duraameetti sirna hoo’aan kabajamaa jira. Sirni kabajaa ayyaanichaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Emereetoonni Arabaa Gamtoomaanii tumsa isaanii cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Ministira Dhimma Alaa Emereetota Arabaa Gamtoomanii Sheek Abdullaahii Biin…
Oduu biyya keessaa UNICEF fi OCHA’n adeemsa Ijaarsa Nageenyaa Itiyoophiyaa deeggaruu akk aitti fufu beeksise Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Gargaarsaa Daa’immaanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNICEF) fi Waajjirri Qindeessaa Dhimmoota Mirgoota Namoomaa Dhaabbatichaa (OCHA)…
Oduu biyya keessaa UNDP’n Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu beeksise Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Sagantaan Misoomaa Dhabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNDP) adeemsa ijaarsa nageenyaa Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Barana buna gabaaf dhiyeetu %75 qulqullina sadarkaa 1-4 jiru akka qabatu hojjetamaa jira-Pir.… Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Bara kana buna gabaaf dhiyeetu keessaa %75 qulqullina sadarkaa 1-4 jiru akka qabatu hojjetamaa jiraachuu Pireezidantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…