Naannoo Beenishaangul Gumuzitti galiin Birrii biiliyoona 1 olii walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Baatiiwwan afran darban galiin Birrii biiliyoona 1 olii walitti qabamuu Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Naannoo Beenishaangul Gumuz beeksise.
Daayrektarri…