Dooktar Girmaan naannoo Gaambeellaatti sanada Ce’umsa qonnaa ifoomsan
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen naannoo Gaambeellaatti sanada Tiraanifoormeeshinii qonna naannichaa ceesisuu danda'u ifoomsaniiru.…