Idil Addunyaa Yaa’iin Biyyoota miseensa garee 20 eegalame Sifen Megersa Nov 16, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Yaa’iin Biyyoota miseensa garee 20 17ffaan Indooneezyiyaa Baaliitti eegalameera. Yaa’ichi mata duree ‘tokkummaan haa dandamannu, yaa cimnu’ jedhuun kan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz Yaa’ii Ariifachiisaa 7ffaa gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Nov 16, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz Yaa’ii Ariifachiisaa 7ffaa Waggaa 5ffaa bara hojii 8ffaa guyyaa har’aa gaggeessuu eegaleera. Manni marichaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Qarsaatti Doolaarri kumni 40 ol seeraan alaa dabarfamaa ture to’atame Debela Tadesse Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti Doolaarri Ameerikaa Seeraan alaa daddabarfamaa ture kumni 40 fi 75 to’atame. Maallaqni kun konkolaataa deddeebisaa…
Oduu biyya keessaa Konkolaattonni deeggarsaa meeshaalee wal’aansaa fe’an Maqalee ga’uu Korichi ibse Debela Tadesse Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Konkolaatonni lama deeggarsa meeshaalee wal’aansaa fe’uun Naannoo Tigiraay Maqalee ga’uu Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa dame Ityoophiyaa ibse. Korichi…
Oduu biyya keessaa Noorwey eegumsa naannawaarratti Ityoophiyaa waliin walta’iinsa qabdu cimsitee akka itti fuftu ibsite Debela Tadesse Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Noorweey eegumsa naannawaa fi ittisa jijjiirama qabeenyaa qilleensaarratti Ityoophiyaa waliin walta’iinsa qabdu cimsitee akka itti fuftu ibsite.…
Biiznasii Mallattoon gabaa omishaalee Jimmaa ifoome Debela Tadesse Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Godina Jimmaatti omishaaleen omishaman mallattoon gabaaf ittiin dhiyaatan ifoome. Godinichatti yuniyeenoonni sadii mallattoo omisha godinichaa gabaaf…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin bulchiinsa interneetii 17ffaan Ityoophiyaaf bu’aalee hedduu fida jedhame Debela Tadesse Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)-Yaa’iin bulchiinsa interneetii 17ffaan Ityoophiyaaf bu’aalee hedduu akka fidu ibsame. Yaa’icha ilaalchisuun qaamoleen dhimmichi ilaallatuu ibsa…
Oduu biyya keessaa Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa raawwatame Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa magaalaa Finfinnee raawwatameera. Sababa yakka waliin dhahuu raawwatameen haqamee kan ture sirni carraa…
Oduu biyya keessaa Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna – Aadde… Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen.…
Biiznasii ATM’n Baankii Oromiyaa tajaajila Maastercaardiin maallaqa baafachuu eegale Debela Tadesse Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)-Mashiniin ATM’n Baankii Oromiyaa tajaajila Maastercaardiin maallaqa baafachuu kennuu eegale. Baankiin Oromiyaa, EthSwitch fi MasterCard waliigaltee…