Biiznasii Bara 2015 galiin Birrii biiliyoona 82 walitti qabameera Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaattii Dandeetti galii maddisiisu qorachuun galii diinagdee naannichaa Birrii Biiliyoona 78 ol walitti qabuuf karoorfameen, Birrii…
Oduu biyya keessaa Naannichatti Carraan hojii lammiilee 2.3’f uumameera Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinnee, Adoolesaa 3, 2015(FBC)-Naannoo Oromiyaatti Carraa hojii lammiilee miiliyoona 2.3’f uumuun akka danda;amee Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Bu’aan yakka malaammaltummaa Birrii biiliyoona 2.6 dhorkisiifameera-Pir. Shimallis Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Hojiilee gochaalee malaanmaltummaa hojjetamaniin qabeenyi bu’aalee gochaa malaanmaltummaa ta’an Birrii biiliyoona 2.6 dhorkamuu Pireezidaantiin Naannoo…
Ispoortii Shaampiyoonaan dorgommii Teekwaandoo Finfinneetti eegale Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Dorgommiin Shaampiyoonaan kilabootaa Teekwaandoo 2015 Finfinnee ispoortessitoota 500 hirmaachisee eegalame. Dorgommii Shaampiyoonichaan Kilaboonni 45…
Fayyaa Dhaabbilee Fayyaa idil addunyaa Afrkaatti dhibee Sombaa ittisuuf deeggarsa taasisan akka cimsan… Sifen Megersa Jul 10, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan Dhaabbileen Fayyaa idil addunyaa fi deeggartoonni dhibee Sombaa ittisuurratti fooya'insa caaluu fiduuf deeggrsa biyyoota Afrikaaf taasisaan…
Oduu biyya keessaa Hirmaattoonni Yaa’ii arfee hoggantootaa IGAD walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf hundeesse biqiltuu… Sifen Megersa Jul 10, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) –Yaa’ii arfee hoggantootaa Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf hundeesse Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii arfee hoggantootaa IGAD walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf hundeesse… Sifen Megersa Jul 10, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii arfee hoggantootaa Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf…
Oduu biyya keessaa Humnoota Sudaan walmari’achiisuuf dureewwan Finfinnee galan Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)-Walitti bu’iinsa Sudaan furuuf humnoota walwaraanaa jiran jaarsummaa taa'uuf dureewwan biyyoota garaagaraa kaleessa galgala Finfinnee galaniiru. Marii…
Idil Addunyaa Bidiruun namoota 200 feetee imalaa turte Odola Kaanaariitti achi buuteen ishee dhabame Sifen Megersa Jul 10, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Bidiruun namoota 200 feetee gara Ispeenitti imalaa turte Odola Kaanaariitti achi buuteen ishee dhabamuu ibsameera. Hojiin barbaachaa itti fufuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa magaariisan hanga ammatti biqliltuwwaan biiliyoonni 2.6 ol dhaabbatan… Sifen Megersa Jul 10, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Oromiyaatti bara kana sagantaa Ashaaraa magaariisan Biqiltuu Biiliyoona 4.9 dhaabuuf karoorfame keessaa hanga ammatti biqliltuwwaan biiliyoonni 2.6 ol…