Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 8 darbe Sifen Megersa Jul 9, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Godina Geedi'oo aanaa Yirgaa Caffeetti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 8 darbuu ibsame. Konkolaataan qaxxaamura biyyaa Magaalaa Yaaballoo…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti biqiltuu guyyaa tokkotti Ashaaraa Magariisaa biqiltuu miiliyoona 481 dhaabuuf qophiin… Sifen Megersa Jul 9, 2023 0 Oromiyaatti biqiltuu guyyaa tokkotti Ashaaraa Magariisaa biqiltuu miiliyoona 481 dhaabuuf qophiin xumurame Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Pirojektoonni bishaan dhugaatii kuma 9 ol xumuramuun tajaajilaaf oolan- Biiroo Bishaanii fi Inarjii… Sifen Megersa Jul 9, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) –Biiroo Bishaani fi Inarjii Oromiyaa bara baajataa 2015'tti pirojektoonni bishaan dhugaatii kuma 9 fi 99 xumuramuun tajaajilaaf ooluu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Ordiin Badiriin diyaaspoorawwan naannoo Hararii waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 9, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 2 , 2015 (FBC) –Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin diyaaspoorawwan naannichaa Kaanaadaa magaalaa Tooroontootti argaman waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Carraan hojii uumuu dhimma Ityoophiyaa qofa osoo hin taane kan Afrikaanoota hundaati – Aadde… Sifen Megersa Jul 9, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 2 , 2015 (FBC) – Carraan hojii uumuu dhimma Ityoophiyaa qofa osoo hin taane dhimma Afrikaanoota hundaa ta'uu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa dhaabbata Oomisha Xiyyaaraa Ingiliz waliin waliigaltee mallatteesse Sifen Megersa Jul 9, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 2 , 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa dhaabbata Oomisha Xiyyaaraa Ingiliz Roolis Rooyis jedhamu waliin waliigaltee mallatteesseera. Waliigaltichi Daandiin…
Ispoortii Tajaajilli tola ooltummaa akka cimu deeggarsa barbaachisu ni taasiifna – Aadde Adaanach… Sifen Megersa Jul 9, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Tajaajilli tola ooltummaa dargaggoota biratti aadaa ta'aa dhufe akka cimu deeggarsa barbaachisu ni taasiifna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Oduu biyya keessaa Kibba Lixa Ityoophiyaatti sosochiin fooyya’iinsa manneen barnoota eegale Debela Tadesse Jul 8, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Naannoo Ummatootaa Kibba-Lixa Ityoophiyaatti sosochiin bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa fooyyessu Godina Shakkaa Magaalaa Teeppiitti…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni Dirree Dhawaa hojiilee rakkolee hawaas-diinagdee lammiilee salphisanirratti akka… Debela Tadesse Jul 8, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Dargaggoonni Dirree Dhawaa baatiiwwan Gannaatti hojiilee rakkoolee hawaas-diinagdee lammiilee salphisan irratti akka hirmaatan Ittaanaan Kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Hojiile qaala’iinsa jireenyaa dandamachiisan xiyyeeffannaan hojjenna-Aadde Adaanech Debela Tadesse Jul 8, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Hojiilee ummanni qaala’iinsa jireenyaa akka dandamatu taasisanii xiyyeeffannaa kennuun kan hojjetamu ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde…