Oduu biyya keessaa Diyaaspooraan Oromoo hojiilee misoomaa daawwatan Debela Tadesse Jul 8, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Bakka bu’oonni hawaasa diyaaspooraa Oromoo hojiilee misoomaa Naannoo Oromiyaa fi Finfinneetti hojjetamaa jiran daawwataniiru. Hirmaattonni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Yiliqal Kaffalaan hojiilee haroomsa manneen harka qaleeyyii eegalchiisan Debela Tadesse Jul 8, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqal Kaffalaan hojiilee haroomsa manneen harka qaleeyyii eegalchiisaniiru. Sirnicharratti Dooktar…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ittaantuu Koomishinira Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Ittaantuu Koomishinaraa Koomishinii Gamtaa Afrikaa Mooniik…
Oduu biyya keessaa Pirojektonni misoomaa fayyadamummaa hawaasaa akka mirkaneessan xiyyeeffannaan hojjetamaa jira-Pir.… Debela Tadesse Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)- Piroojeektonni misoomaa Naannoo Oromiyaatti hojjetaman rakkoo hawaas-diinagdee ummata keenyaa kan hiikanii fi fayyadamummaa hawaasaa kan mirkaneessan…
Fayyaa Jimmaatti warshaan guyyaatti Oksijiinii liitira kuma 6 ol oomishuu danda’u eebbifame Sifen Megersa Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Jimmaatti warshaan guyyaatti Oksijiinii liitira kuma 6 ol oomishuu danda’u eebbifameera. Hojii…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Poorchugaal misooma Paarkii Indaastirii fi Daldala naannawaa bilisaa Dirre… Sifen Megersa Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Poorchugaal misooma Paarkii Indaastirii fi Daldala naannawaa bilisaa Dirre Dhaawwarratti akka hirmaatan Korporeeshiniin Misooma…
Oduu biyya keessaa Waldaan misooma Oromiyaa callaqqee Tokkummaa Uummata Oromooti – Obbo Awwaluu Abdii Sifen Megersa Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Waldaan misooma Oromiyaa callaqqee Tokkummaa Uummata Oromoo ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Hoolataatti Piroojektoonni garaagaraa eebbifaman Sifen Megersa Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) –Magaalaa Hoolataatti pirojektoonni misoomaa 21 Birrii miiliyoona 140 hojjetaman eebbifamaniiru. Jilli Hooggantuu Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti yeroon kaffaltii gibiraa baatii sadiif dheerate Debela Tadesse Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay walga’ii idilee gaggeesseen haala yeroo naannichaa tilamaama keessa galchuun murtoowwna garaagaraa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Pirojektii Sirna Lakkooftuuf waliigalteen mallatteeffame Debela Tadesse Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Teeknooloojii lakkooftuu elektirikii kaffaltii duraa wagootaa 15 tajaajila kennaa ture Ismaarti taasisuu fi teeknooloojii ‘STS Talk’ jedhamuun bakka…