Oduu biyya keessaa Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Qabxiin Qormaataa Biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2015 boru akka ifoomu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa, barattoonni…
Oduu biyya keessaa Irreechi Mallattoo Nageenyaa, Dhiifamaa fi Araaraa Ta’uu Gochaan Waan Argiisiistaniif… Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Irreechi Mallattoo Nageenyaa, Dhiifamaa fi Araaraa Ta'uu Gochaan Waan Argiisiistaniif Galatoomaa jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni ijaarsa nageenyaaf gahee isaanii akka bahatan hojjetamaa jira jedhame Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Hojiilee tola ooltummaa jalqabamaniin dargaggoonni duudhaalee hawaasummaa akka cimsan taasisuun ijaarsa nageenyaa biyyattiif gumaacha gama isaanii akka…
Oduu biyya keessaa Irreecharraa walooma, galata, araara fi dhiifama barachuu qabna-Hirmaattota Ayyaanichaa Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Irreecharraa, walooma, galata, araara fi dhiifama akkasumas, nageenya barachuu qabna jechuun hirmaattonni ayyaanichaa eeran. Irreechi bara 2016 Mata…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Arsadee Nagaan Xumurameera-Humicha Waloo Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Irreechi Hora Arsadee Bishooftuutti kabajamaa ture karaa duudhaa isaa eeggateen nagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Irreecha UNESCO’tti galmeessuun hawwatummaa tuuriizimii isaa dabaluu barbaachisa- Hirmaattota Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Irreecha, Dhaabbata Barnootaa, Aadaa fi Saayinsii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO) galmeessuun hawwatummaa tuuriizimii isaa dabaluun…
Oduu biyya keessaa Awutoobisiin Magaalaa namoota Gadda taa’an irraan du’aatii fi miidhaa qaqqabsiise Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Konkolaataan Awutoobisiin Magaalaa dunkaana namoota gadda taa'aniif buufame cabsee seenuun balaa qaqqabsiiseen lubbuun namoota sadii darbe. Balichi…
Oduu biyya keessaa Sirni Irreeffannaa Hora Arsadee eegaleera Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Erga Abbaan Malkaa eebbisee, Eebba Abbootii Gadaan itti fufuun sirni Irreeffannaa saaqameera. Irreecha Hora Arsadee Bishooftuutti har’a kabajamaa…
Oduu biyya keessaa Dura bu’ummaa Abbootii Gadaan Hirmaattoonni Irreechaa gara Hora Arsadeetti imalaa jiru Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Ayyaana Irreecha Horaa Arsadee Magaalaa Bishooftuutti har’aa kabajamuuf hirmaattoonni gara bakka irreeffannaatti imalaa jiru. Hirmaattonni Abbootii…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Seenaatara Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 7, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Seenaatara Ameerikaa Maayik Roondisin waliin mari'atan Haala…