Oduu biyya keessaa Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii Irreechaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarse Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Irreecha ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarseera. Afyaa’iin Mana Marichaa Obbo Agaanyahu Tashaagar ergaa dabarsaniin,…
Oduu biyya keessaa Irreechi Faajjii nageenyaa, tokkummaa fi obbolummaati –Obbo Fiqaaduu Tasammaa Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa agarsiiftuu araaraa, obbolummaa fi tokkummaati – Obbo Ordiin Badirii Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Irreechaa…
Oduu biyya keessaa Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa ayyaana irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Sabni guddaan hidda…
Oduu biyya keessaa Irreechi Oromoo danqaawwan hedduu darbee ulfoofi ulfina Oromoo Addunyaatti mul’ise – Pir.… Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Irreechi Oromoo danqaawwan hedduu darbee ulfoofi ulfina Oromoo Addunyaatti mul'ise jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaan durfamu Godina Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti Ruuzii kilaasteraan… Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti Ruuzii kilaasteraan misoomaa jiru…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Yuuniidoon waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 3.5 mallatteessan Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Misooma Indaastirii waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 3.5 mallatteessaniiru.…
Idil Addunyaa Lammiin Iraan Nargees Mahaamadi Badhaasaa Noobeelii nageenyaa 2023 injifatte Debela Tadesse Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Qabsooftuu cunqursaa dubartootaa Iraan, qabsoo bilisummaa fi mirgaa namoomaaf taasifteef badhaasa noobeelii nageenyaa 2023 lammii Iraan Nargees…
Oduu biyya keessaa Daayrektarri Jeneraalaa IOM Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Daayrektarri Jeneraalaa Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyaa Emmii Pooppi Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi. Daawwannaan kun hojiilee…