Baranas ummatni dhaabbii biqiltuurratti Xiiqiin hirmaatee biyya laliste dhaloota dhaalchisuu qaba…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Ummannii Naanoo Oromiyaa baranas akkuma kanan duraa dhaabbii biqiltuurratti xiiqiin hirmaatee biyya badhaatee fi laliste dhaloota dhaalchisuuakka qabu…