Magaalaa Ambootti balaa konkolaataa mudatee lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Amboo iddoo addaa Taltallee jedhamutti balaa konkolaataa ganama kana mudateen lubbuun namoota 10 darbuu ibsame.
Konkolaataan…