Dorgommiin Maaraatoonii Yaadannoo Kumaalaa Abbabaa Biqilaa 39ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)-Dorgommiin Maaraatoonii Yaadannoo Kumaalaa Abbabaa Biqilaa 39ffaan gaggeeffameera.
Dorgommichi Finfinneetti gaggeeffamaa kan jiru yoo ta'u,…