Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa Sifen Megersa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Barri baajataa 2018 bara imala dandamachuu cichoomsuuf bu’aawwan haaraa galmeessuuf waloon hojjennuudha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo…
Oduu biyya keessaa Adeemsa marii keessatti hirmaannaa paartilee dorgomtootaa guddisuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa adeemsa marii keessatti hirmaannaa paartilee dorgomtootaa guddisuuf hojjetamaa jira jedhe. Dubbii Himaan Komishinichaa…
Fayyaa Tatamsa’ina dhibee Busaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – BFO Sifen Megersa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Oromiyaatti tatamsa’ina Dhibee Busaa ittisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa. Godinaalee dhibichaaf saaxilamoo ta’an adda baasuun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan diinagdee cimaafi waaraa ijaaraa jirti- Dooktar Iyyoob Takkaalliny Ayana Dheressa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny Itiyoophiyaan diinagdee cimaafi waaraa ijaaraa jirti jedhan. Konfiransiin…
Uncategorized Magaalichaatti bara baajataa 2017 Piroojektoonni barnootaa 150 Birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman… Sifen Megersa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti bara baajataa 2017 Piroojektoonni barnootaa 150 Birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman tajaajilaaf banaa ta’an jedhe bulchiinsi…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa 18 fi 20 gadiin Itiyoophiyaa Meetii fi Nahaasii… Sifen Megersa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa 18 fi 20 gadiin Naayijeeriyaatti dorgomamaa jiruun Atileetoonni Itiyoophiyaa Meedaaliyaa Meetii fi…
Oduu biyya keessaa Misoomni Koriidarii Yuunivarsiitiin Haramayaa Magaalaa Harar keessatti hojjete tajaajilaaf baname Sifen Megersa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC) - Misoomni Koriidarii Yuunivarsiitiin Haramayaa hambaa Jugal keessatti hojjete eebbifamuun tajaajilaaf baname. Naannicha bakka ga'umsa Tuurizimii…
Ispoortii Hoongi Koongitti godambaa Kiristiyaanoo Roonaaldoo qalbii deeggartoota isaa hawwate Ayana Dheressa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Hoongi Koongitti kan baname godambaan Kiristiyaanoo Roonaaldoo qalbii deeggartoota isaa guutuu addunyaarra jiranii hawwateera. Godaambaan kun turtii…
Oduu biyya keessaa Hojii Buusaa Gonofaan hojjetameen humni dandamannaa keenya dabalaa dhufeera- Obbo Awwaluu Abdii Ayana Dheressa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Hojii Buusaa Gonofaan hojjetameen humni dandamannaa keenya dabalaa dhufeera jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni Paartii Badhaadhinaa guddina naannoo Harariif gahee olaanaa bahateera Ayana Dheressa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Hundeeffamni Paartii Badhaadhinaa guddina naannoo Harariif gahee olaanaa bahateera jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam…