Yaaliin Sudaanii fi Itiyoophiyaa walitti buusuu, fedhii humnoota alaati – Gaazexeessituu Sudaan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Yaaliin Sudaanii fi Itiyoophiyaa walitti buusuu tibbana mul’atu, fedhii lammiilee Sudaan osoo hin taane fedhii humnoota alaati jette Gaazexeessituun…