Oduu biyya keessaa Qaamoolee oomisha dhoksanirrattis tarkaanfiin ni fudhatama-BKO Debela Tadesse Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC)- Qaal’iinsa gabaa mudateen walqabtee qaamolee oomisha dhoksanirrattis tarkaanfiin akka fudhatamu Biiroon Komiinikeeshinii Oromiyaa beeksiseera.…
Ispoortii Ramaddiin Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Ramaddiin nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera. Haaluma kanaan Riyaal Maadriid – Cheelsii, Beeniifikaa - Intar Miilaan…
Oduu biyya keessaa Waldichi Birrii miiliyoona 82 hojii deebisanii ijaaruu hojjetaa jiraachuu beeksise Sifen Megersa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa Dhaabbata Gargaarsaa Ameerikaa waliin ta’uun Birrii miiliyoona 82n hojii deebisanii ijaaruu hojjetaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Ministiroota tokkummaa naannawaa fi walitti hidhamiinsa daldalaa walabaa cimsa-Aadde… Debela Tadesse Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC)- Fooramiin 4ffaa ministirootaa dhimmoota godaansaa Afrikaa Bahaa fi Naannawaa Gaanfa Afrikaa tokkummaa naannawaa fi walitti hidhamiinsa daldalaa walabaa…
Oduu biyya keessaa Jarman milkaa’ina hojiilee Komishinii Haaromsa Biyyaalessaaf deeggarsa kan taasistu ta’uu ibsite Ayana Dheressa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Komishinari Komishinii Haaromsa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefan Uur waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Godina Koonsootti balaa lolaan lubbuun namoota 13 darbe Ayana Dheressa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Naannoo Kibbaa godina Koonsootti roobaa cimaa roobe hordofee balaa lolaa mudaten lubbuun namoota 13 darbuu ibsame. Godinicha aanaa Naannawwa Saganitti…
Biiznasii Baankiin Hojii Gamtaa Oromiya tajaajila qusannaa “Zakaat” jedhamu eegalchiise Debela Tadesse Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Tajaajilaa qusannaa dhalarraa bilisaa haaraa "Zakaat” jedhamuu maamiltoota isaaf dhiyeessuu beeksise. "Zakaat"…
Oduu biyya keessaa Gumiin Balal marsaa 30ffaan gaggeeffame Debela Tadesse Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC)- Gumiin Balal marsaa 30ffaan mataduree "Kalaqaa fi Teeknooloojii Walqixxummaa Koorniyaaf" jedhuun gaggeeffame. Waltajjichi Guyyaa Dubartoota Addunyaa…
Fayyaa Piroojektiin kutaalee hawaasaa hongeen miidhaman deeggaru ifoome Sifen Megersa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Misooma Qindaa’aa Fayyaa jedhamu piroojektii kutaalee hawaasaa sababa hongee fi walitti bu’iinsaan miidhaman deeggaru haaraa ifoomseera.…
Ispoortii Kiristaal Paalaas leenjisaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeesse Ayana Dheressa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Kilabni kubbaa miilaa Ingiliz Kiristaal Paalaas leenjisaa isaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeessuu beeksise. Kilabichi taphataa sarara gidduu duraanii…