Miira ummataa daawwaannaa Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Jimmaa fi Beenchii…
'Naannawaa ummanni jaalalaan guutameedha, jaalaala isaanii qooddannee, nyaata nyaannee, kan argine hundaarra gammachuu argannee, oolmaan keenya milkaa’aa ture’ – MM Dooktar Abiy Ahimad…