Ambaasaaddar Misgaanuun Ministira Daldala Idil Addunyaa Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministira Daldala Idil Addunyaa Ingiliz Niigal Hadilistan waliin dhimmoota waloo…