Lafa Asiidummaan miidhame hektaara kuma 300 yaaluuf qophiin taasiifame – Ministeericha
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Bara oomisha kana Lafa qonnaaf oolu kan Asiidummaan miidhame hektaara kuma 300 yaaluuf qophiin xumuramuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Sadarkaa biyyaatti…