Paartiin Badhaadhinaa tarkaanfiiwwan waliigaltee biyyaalessaa cimsan fudhachuun fuulduratti…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa tarkaanfiiwwan waliigaltee biyyaalessaa cimsan fudhachuun fuulduratti tarkaanfachaa jira jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa…