Hojiirra oolmaan karoora fuulduree jijjiiramaa dhaabbilee haqaa eegalame xiyyeeffannaan hojjetamuu…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Haqni, nageenyaaf, misoomaa waaraa fi ijaarsa sirna diimokiraasiif gahee murteessaa waan qabuuf hojiirra oolmaan karoora fuulduree jijjiirama dhaabbilee…