Qonnaan bultoonni dhuunfaa fi gareen teeknoolojiiwwan qonnaa akka argatan hojjetamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Qonnaan bultoonni dhuunfaa fi gareen teeknoolojiiwwan qonnaa ammayyaa’oo akka argataniif giddugaloonni makkaanaayizeeshinii qonnaa naannolee hundaatti…