Ispoortii Taphni Waancaa Magaalaa Finfinnee 17ffaan eegalame Sifen Megersa Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Taphoonni Waancaa Kubbaa Miilaa Magaalaa Finfinnee 17ffaan Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti eegalameera. Taphni baniinsaa Baankii Daldalaa fi Hadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Biyyaalessaa Gaarreen Baalee Hambaa Addunyaa ta’ee galma’uutti baga gammaddan – Pir.… Sifen Megersa Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Paarkiin Biyyaalessa Gaarreen Baalee Hambaa qabeenya Addunyaa ta’ee galmaa’uu isaa hordofee Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Paarkiin biyyaalessaa Gaarreen Baalee Hambaa Addunyaa ta’uun galmaa’e Sifen Megersa Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Koreen Galmee Hambaalee Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Addunyaa Paarkiin Biyyaalessaa Gaarreen Baalee…
Idil Addunyaa Ameerikaan jeettii waraanaa jalaa badde barbaachaa jirti Debela Tadesse Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC)- Ameerikaan jeetti waranaa F-35 jalaa baddee barbaacha eegaluun gabaafame. Kaarolaaynaa Kibbaa kan qubatan miseensonni Humna Qilleensaa Ameerikaa ummanni…
Idil Addunyaa Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaan Niwuu Yorkitti gaggeeffamaa jira. Yaa’ichi dhimma Raashiyaa fi Yuukreen akkasumas…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2016 eegale Debela Tadesse Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2016 har’a eegaleera. Biiroon Barnoota Magaalicha akka beeksisetti, adeemsa baruuf…
Oduu biyya keessaa Waggoottan afran darban dameen daldala alaa giddugaleessaan guddina %7 argisiise Debela Tadesse Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC)-Itiyoophiyaatti waggoottaan afran darban dameen daldala alaa giddugaleessaan guddina %7 galmeessuu Ministeerrii Pilaanii fi Misoomaa beeksise. Damee…
Ispoortii Atileet Gudaaf Tsaggaayeen rikardii haaraa galmeessuun injifatte Debela Tadesse Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC)- Ameerikaa Iwuujiinitti dorgommii fiigichaa Daayimandi Liigii meetira kuma 5 gaggeeffamerratti Atileet Gudaaf Tsaggaayeen rikardii haaraa galmeessuun…
Oduu biyya keessaa Hirmaattota ijaarsa gamoowwanii ulaagaa labsii hinguunnerratti tarkaanfiin ni fudhatama-Abbaa… Debela Tadesse Sep 17, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)-Finfinneetti pirojektootaa ijaarsaa ulaagaa labsii ijaarsa gamoowwanii hinhordofne irratti misoomsitoota, Kontiraaktarootaa fi gorsitootaa hirmaatan irratti…
Ispoortii Itiyoophiyaan dorgommii Kaaraateen Meedaaliyaa Warqee argatte Debela Tadesse Sep 17, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf dorgommii Kaaraatee JKS irratti hirmaachuun Meedaaliyaa Warqee argatte. Duubaayitti kan gaggeeffmaa jiruu dorgommii…