Jiraattonni naannawaa balfa “Qoshee” yaaddoo balaa keessa jiran hatattamaan ni kaafamu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Jiraattonni magaalaa Finfinnee naannawaa balfa "Qoshee" jedhamuun beekamuufi yaaddoo balaa keessa jiran yeroo gabaabaa keessatti kan kaafaman ta’uu ibsame.…