Guyyaatti buddeena kuma 288 kan oomishu Giddugalli Buddeenaa Lammii eebbifame
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Guyyaatti buddeena kuma 288 kan tolchu Giddugalli Buddeenaa Lammii eebbifameera.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kantiibota…