Oduu biyya keessaa Godinaaleen Oromiyaa qophii xumuruu beeksisan Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Godinaalee Naannoo Oromiyaa duulaa biyyaalessaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500’f dhaabuuf karoorfameerratti hirmaachuuf qophiilee barbaachisaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan ni dubbisti, daandileen ishees kitaabaan ni guutamu-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Ityoophiyaan ni dubbisti; daandileen ishees kitaabaan ni guutamu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Kitaabileen hiriyaa bara jireenyaa…
Oduu biyya keessaa Xaa’oo buufata Doonii Jibuutii ga’e gara biyyaatti hojiin geejjibsiisuu qindoominaan gaggeeffama… Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Xaa’oo biyyee Buufata Doonii Jibuutii ga’ee gara biyya keessatti hojiin geejjibsiisuu saffisaan gaggeeffamaa jiraachuu Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi…
Idil Addunyaa Faalama addunyaaf gahee olaanaa kan qooddatan Ameerikaa fi Chaayinaan dhimmicharratti mari’achuufi Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Addunyaarratti dhiibbaa jijjirama qabeenya qilleensaaf gahee olaanaa kan qaban Ameerikaa fi Chaayinaan dhimmicharratti xiyyeeffannaan mari’achuuf ta’uun…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Ashaaraa Magariisaa dachaan daballee boruu keenya har’a ijaarra-BKO Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Injifannoo Ashaaraa magariisaan gonfanne dachaan daballee boruu keenya har'a ijaarra jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Biirichi duulaa…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon Keenya Galmee haaraa keenya galmeessuudha-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Kaayyoo keenya galmee haaraa keenya galmeessuudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dhimmi Ashaaraa Magariisa, dhimma Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni Ameerikaa jiraatan deeggarsa akaakuu Doolaara miiliyoona 16.5 fi maallaqaa taasisan Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan pirojektootaa fi waamicha biyyaalessaaf deeggarsa meeshaalee akaakuu garaagaraa Doolaara miiliyoona 16.5 olitti…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa, Imala Gara Ofiitti Taasifamu-Pir. Shimallis Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Sagantaan Ashaaraa Magariisaa imala gara ofiitti Taasifamuudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Obbo Shimallis gama…
Oduu biyya keessaa Muudamni Ephis Qophoosota Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidoo gaggeeffame Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Muudamni Ephis Qophoosota Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa gaggeffameera. Muudamichi bakka Paatiriyaarkiin Mana Amantichaa Abunaa…
Oduu biyya keessaa Manni kitaabaa Abrihoot sirreeffamtoonni seeraa naamusa akka gonfatan hojjechaa jira Debela Tadesse Jul 15, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Manni Kitaabaa Abrihoot sirreeffamtoonni seeraa naamusa akka gonfatanii fi beekumsaan akka dagaggaan tumsuuf Mana Amalaa Sirreessaa Federaalaa Qaalliitti…