Oduu biyya keessaa Dooktar Caalaa Waataan Mana Murtiitti dhiyaatan Ayana Dheressa Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin duraanii Yuunivarsitii Bulee Horaa Dooktar Caalaa Waataan mana murtiitti dhiyaatan. Dooktar Caalaa Waataan yakka malaanmaltummaan…
Oduu biyya keessaa Jilli Ministira Dhimma Alaafi Dhimmoota Awurooppaa Isloovaaniyaan durfamu daawwannaa hojiif gara… Ayana Dheressa Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Jilli Ministira Dhimma Alaafi Dhimmoota Awurooppaa Isloovaaniyaa Taaniyaa Faayaniin durfamu daawwannaa hojiif gara Ityoophiyaa kan dhufu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Waggaa 29ffaan duguggaa sanyii lammiilee Ruwaadaa yaadatame Debela Tadesse Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)- Waggaa 29ffaan duguggaa sanyii lammiilee Ruwaandaarratti raawwatame yaadatame. Sirna yaadannoo Galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamerratti Ministir…
Biiznasii Waggaa 29ffaan duguggaa sanyii lammiilee Ruwaadaa yaadatame Debela Tadesse Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)- Waggaa 29ffaan duguggaa sanyii lammiilee Ruwaandaarratti raawwatame yaadatame. Sirna yaadannoo Galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamerratti Ministir…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Afxiraa daandiirraa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuuf daandiiwwan cufaman ifooman Ayana Dheressa Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Sagantaa Afxiraa daandiirraa guyyaa boruu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu poolisiin magaalichaa beeksiseera. Sagantichi mata…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaan durfamu naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee misoomaa… Sifen Megersa Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee misooma Qonnaa daawwateera.…
Biiznasii Oomishaaleen Qonnaa fi Indaastirii gatii madaallawaan hawaasaaf akka dhiyaatan hojjetamaa jira -BDO Sifen Megersa Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) –Ayyaanoota torbee itti aanaan kabajamaniin walqabatee hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Qindaa’aa Indaastirii Qonnaa damee qonnaa ceesisuurratti gahee olaanaa qabaachuu ibsame Ayana Dheressa Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Paarkiin Qindaa’aa Indaastirii Qonnaa damee qonnaa ceesisuurratti gahee olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal ibsan.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Shimallis Abdiisaan Komishinara Haaromsa Biyyaalessaa waliin mari’atan Debela Tadesse Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Komishinara Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Maqaa Pireezidantii Shimallis Abdiisaa fayyadamuun kanneen yakka raawwatan hidhaa cimaa fi… Debela Tadesse Apr 7, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)-Maqaa Pireezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fayyadamuun sanada sobaa qopheessuu fi seeraan ala Waldaa raabsitootaa Simmontoo…