Oduu biyya keessaa Sagantaan Waloo Kadhannaa Soomaa Finfinneetti gaggeeffame Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Sagantaan Waloo Kadhannaa Soomaa Ramadaanaa fi Sooma Faasikaa Mooraa Waajjiraa Kantiibaa Bulchiinsa Magaala Finfinneetti gaggeeffame.…
Oduu biyya keessaa Ragaalee barnootaa kuma 18 sakata’aman keessaa 900 kan sobaati-ATLB Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Mirkaneessa seeraa qabeessummaa ragaalee barnootaa kuma 18 irratti taasifameen ragaaleen 900 soba ta’anii argamuu Abbaan Taayitaa Leenjii Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni buqqaatota Naannoo Amaaraatti argaman akka deeggaran waamichi dhiyaate Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Koomishiniin Ittisaa Balaa fi Wabii Nyaataa Naannoo Amaaraa lakkoofsi buqqaatota naannichaa dabalaa waan jiruuf Ityoophiyaanonni deeggarsa akka taasisan…
Oduu biyya keessaa Hiriirri deeggarsaa nagaan goolabameera-BKO Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hiriirri deeggarsaa Naannoo Oromiyaa keessatti gaggeeffame nagaan goolabamuu Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa Ibsan.…
Oduu biyya keessaa Galatoomaa-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obboo Shimallis Abdiisaa hawaasaa hiriiraa ba’uun deeggarsa isaa calaqqisiise galateeffataniiru. Obbo Shimallis gama…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti namoota 500’f maaddiin qoodame Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun namoota 500’f baasii Birrii miiliyoona 6.3'n maaddii qoodeera. Sagantaa kanaan…
Ispoortii Atileet Abajjee Ayyaanaa Maaraatoonii Paariis injifate Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Atileetiin Ityophiyaa Abajjee Ayyaanaa dorgommii Maaraatoonii Paariis har’a gaggeeffame injifateera. Atileet Abajjeen dorgommichaa sa’aatii 2,…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa Ummata deeggarsa isaa calaqqisiise galateeffate Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa injifannoo jijjiiramaan booda argamee fi milkaa'inaalee itti fufsiisuuf hiriira ba'uun deeggarsaa isaa mul'ise…
Oduu biyya keessaa Qormaatilee yeroo ce’uun badhaadhina Itoophiyaa fi tokkummaan uummata ishee ni… Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)-Qormaatilee yeroof mul'atan hundaa ce'uun badhaadhina Itoophiyaa fi tokkummaan uummata ishee akka mirkanaa'u Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misooma Qamadii Beenishaangul Gumuz jajjabeessoodha-Dooktar Girmaa Amantee Debela Tadesse Apr 2, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hojiileen misooma Qamadii Naannoo Beenishaangul Gumuz jajjabeessoo ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen ibsan. Jilli Dooktar…