Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa mirga himatamuu dhabuu Dooktar Caalaa Waataa kaase
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaa’ii Idilee 13ffaa har’a gaggeesseen mirga himatamuu dhabuu miseensa mana marichaa Dooktar Caalaa Waataa kaaseera.…