Hojiin deeggarsa walitti qabuu hidhichaa haala kalaqaan deeggarameen cimuu qaba – Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) –Fedhii hawaasni Hidha Haaromsaa tumsuuf qabu akkaataa madaaluun hojiin deeggarsa walitti qabuu hidhichaa haala kalaqaan deeggarameen cimuu akka qabu…