Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe Sifen Megersa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Awwii aanaa Baanjaa fi Nnaannoo Ummattoota Kibbaa Godina Geedi’oo magalaa Wanaagootti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota…
Idil Addunyaa Tiraampi Pireezidaantii Ameerika jalqabaa himanni yakkaa irratti baname ta’e Sifen Megersa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii Doonaald Tiraamp Pireezidaantii biyyattii jalqabaa himanni yakkaa irratti baname ta’uufi jedhame. Tiraampi taatoo…
Oduu biyya keessaa Tajaajilichi Magaalotaa 10tti fooyyessa sararoota raabsaa gaggeessuufi Debela Tadesse Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa magaalota 10tti pirojektii fooyyessa sararoota raabsaa gaggeessuuf akka ta’e beeksise. Pirojektiin…
Teeknooloojii Sagantaan muuxanno gaarii saayinsii hawaa Raashiyaa qooddachuu gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Sagantaan muuxanno gaarii saayinsii hawaa Raashiyaa qooddachuu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Saganticha kan qopheessan Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Adeemsa jijjiiramaan bu’aalee damee hundaan galmaa’an itti fufsiisuuf mootummaan ga’umsaa fi… Debela Tadesse Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Adeemsa jijjiiramaan bu’aalee damee hundaan galmaa’an itti fufsiisuuf mootummaan ga’umsa caaluun, kutannoon akka hojjetu Mana Maree Bakka Bu’oota…
Oduu biyya keessaa Naannichatti sagantaa gurgurtaa kitaaba Dhaloota Ida’amuun Birrii miiliyoona 880 ol walitti qabamuuf… Sifen Megersa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti sagantaa gurgurtaa kitaaba Dhaloota Ida’amuu baatii tokkoof gaggeeffamuun Birrii miiliyoona 880 ol walitti qabamuuf hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Saahilawarqi mana jireenyaa isaaniitti sagantaa Afxiraa gaggeessan Debela Tadesse Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun Pireezidaantiin Ityoophiyaa Saahilawarqi Zawudeen mana jireenyaa isaaniitti sagantaa Afxiraa qopheessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Lammiilee waraanaan miidhaman deebisanii dhaabuun nageenya waaraa mirkaneessuuf hojjechuun… Ayana Dheressa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Lammiilee waraana kaaba biyyattiitti mudatee tureen miidhaman deebisanii dhaabuun nageenya waaraa mirkaneessuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Naannichatti sagantaan kitaaba Dhaloota Ida’amuu dubbiftootaa biraan ga’uu gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti sagantaan kitaaba Dhaloota Ida’amuu dubbiftootaaf qaqqabsisuu gaggeeffamaa jira. Galii kitaabicharraa argamuun…
Ispoortii Guyyaan tapha Waancaa Afrikaa 2024 ifoome Debela Tadesse Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- ‘CAF’ baatii fi guyyaa taphni Waancaa Afrikaa bara Faranjootaa 2024 Kotdiivaaritti gaggeeffamu ifoomse. Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa akka…